Dhugaawwan

Waan ta'aa jiru, akkuma ta'utti

Hubannoon mirga dhalootaan argattan dha

Gamaaggama hawaasaa (Affeerraa Banaa)

Fuulli kun hiika hawaasaati. Yoo fooyyessuu dandeessan, fuulaa fi barreeffama ibsuun contact@ra-energy.org tti barreessaa.

Nu waliin makami

Dhugaawwan

Fuulli kun dhugaawwan qofa galmeessa: waan ta'e, guyyaa kamitti, fi itti aansee waan goonu. Hiika tokkollee hin dabalnu. Dubbisaan hundi yaada xumuraa ofii isaa baasuuf bilisa.

Namni abbaa angoo ofii ta'e qabxii daataa miti.